
Billlie
Singer


Andualem Gosaa Walaloo: Lalisaa Indiris Adam Yeedaloo: Andualem Gosaa, Takkaaleny Tasfaa fi Uummataa Composer: Simagegnehu Samuel ( Sime_Dita ) Mastering: Abagaz Live instrument: Sax - Zeriye Bass - Lwam Mehari Guitar - Bereket Tesfazgi Mesinko - Chapi Director -Zemen Eshetu (zuzu) Art Director- Daniel Eshetu Production manager - Sura Shiferaw Production design -Samuel Dibisa (Sami Hop) Choreographer: Alamayo Dabi Model: Firans Girma Driver: Firezar Shiferaw Cinematographer: Ephrem Tsegaye Costume: KOKI DESIGN Makeup: YERON HABTAMU Choir: Ramadan Chimessa & Alima Abdela BILILLEE: Shaggarii ulaan shan banaadha, banaadha Essarraan ba'een si barbaada, barbaada Faana kee arguun na dhamaase, dhamaase Karri baayyachuun na qormaate, qormaate Bareedduu qalloo masaakulaa Kolfituun naatoo nyaara kuula Milluu tokkichatiin na laaltee Budaa jaalalaatu na nyaate Hiriyaa gaafannaan maqaashee Badhaadha naan jette abbaanshee ..... Magaallinashee Hidhannoo jaalalaa guuttattee Qalbii too boojitee gugatte ..... Magaalinashee Biliille - mormi bilillee taakkuu guuta safarrisaa                         Qalbi fuudha bareednisaa Akkuma addeessa, Dukkana keessa, ijisheetu ifa-biifaa                                Jaalalatu irraa tiifa Namnillee - Namni tokkollee, miirakoo naaf hin hubannee Olmaashees natti hin dubbannee Salaalee keessaa, barraakkoo keessaa mogormoo bachoon ofgeessa                 Jaalaltoo lafa naannessaa Boora fardakoon         Galaa hidheen faanakee dhahaa         Kutee kuyyuufi Qarree Gohaa Koo Galaan dhume          Asan jira kottu naan jedhi          Dagamirraan gara kee loha Yaa magaala koo              Darroo bu'uu bu'e dhuuguumaa              Ijatu siyyuu hin agarreef malee Dimbilaala koo           Si yaadullee, du'e dhugumaa           Iyyat' tulluu hin dabarreef malee  Mucayyoo qalloo, war
Download subtitle files for this content
No subtitle files available for this title.

Billlie
Singer